Ijaaramaa Deemna (Live)

Bishaan kattaa keessaa futtaafachiifta
Waan hin jirree gara jiraatti nii waamta
Lafee lafa onaati lubbuu nii deebifta
Milluu kee tokkittiin dachee rommisiifta

Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna
Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna
Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna
Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna Haaleluuyyaa
Waaqni guddaan nuu wajjiin jira Haaleluuyyaa
Haaleluuyyaa Haaleluuyyaa

Ulfina keetiif maaltu hin bitamu
Galaanni hin qoora gaarri hin socho'a
Yemmuu ati kaatu tulluun raafamee
Macci hundinu gadi gadi jedha
Ulfina keetiif maaltu hin bitamu
Galaanni hin qoora gaarri hin socho'a
Yemmuu ati kaatu tulluun raafamee
Macci hundinu gadi gadi jedha

Utuu nu balleessuu barbaadee
Dinqii kana hundumaa
Nutti hin agarsiisu ture
Ijaaramaa deemna
Kakuu keenya dhaalaa
Akka nu barsiise
Isatu nuuf lola
Utuu nu balleessuu barbaadee
Dinqii kana hundumaa
Nutti hin agarsiisu ture
Ijaaramaa deemna
Kakuu keenya dhaalaa
Akka nu barsiise
Isatu nuuf lola

Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna
Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna
Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna
Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna

Gimbii jabaadha
Maqaan Waaqayyo keenyaa
Gara isaatti baqannee ol ol ol ol jenna
Maqaansaa qulqulluun
Nuuf ta'eera'oo gaachana
Isumaan of jajna isa dhaadannoon keenya Haaleluuyyaa
Gimbii jabaadha
Maqaan Waaqayyo keenyaa
Gara isaatti baqannee ol ol ol ol jenna
Maqaansaa qulqulluun
Nuuf ta'eera'oo gaachana
Isumaan of jajna isa dhaadannoon keenya
Isumaan of jajna isa dhaadannoon keenya
Isumaan of jajna isa dhaadannoon keenya
Yesuusiin of jajna isa dhaadannoon keenya
Yesuusiin of jajna isa dhaadannoon keenya

Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna
Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna
Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna
Eeyyee eeyyee nii amanna
Humna Waaqa keenyaati nii amanna

Namni humna Waaqayyootti amanu as jiraa?
Eeyyee
Human Waaqa keessaniitti in amantuu?
Eeyyee
Dhugaadhaa kun?
Eeyyee
Dhugaadhaa kun?
Eeyyee
Waaqayyo guddaadhaa?
Eeyyee
Waaqayyo jabaadhaa?
Eeyyee
Waaqayyo waan hundumaa hin danda'aa?
Eeyyee
Haaleluuyyaa Haaleluuyyaa



Credits
Writer(s): Samuel Alemu, Rahel Tefera Gunjy
Lyrics powered by www.musixmatch.com

Link