Gammachuu Isaan Booree Dhaaba Dhugaaf Falmu
Dhaaba Dhugaaf Falmu Hamilee Saba Koo
Jajjabaadhuu Loli Wbo Yaa goota ko
Jabaadhu jajjabee goota falmaa Dhugaa
Falmumaan xumurii baasi Gumaa gootaa
Dhaaba Dhugaaf Falmu Hamilee Saba Koo
Jajjabaadhuu Loli Wbo Yaa goota ko
Jabaadhu jajjabee goota falmaa Dhugaa
Falmumaan xumurii baasi Gumaa gootaa
Oromiyaan Biyya Malee miti naannoo
Hin murtoofti Malee hin hiiknu hidhannoo
Sabni Oromoo Beeka hin fedhu kijiba
Qawween mana miti haa taa'u bosona
Sabni Oromoo Beeka hin fedhu kijiba
Qawween mana miti haa taa'u bosona
Qawween Booree haa taa'u Marroo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Sanyii harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Gammee harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Elemoo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Kaayyoo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Booruu harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u WBO harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Ittiin Gumaa baafna Falmannee ittiin Gumaa baafna
Dhaaba Dhugaaf Falmu Hamilee Saba Koo
Jajjabaadhuu Loli Wbo Yaa goota ko
Jabaadhu jajjabee goota falmaa Dhugaa
Falmumaan xumurii baasi Gumaa gootaa
Dhaaba Dhugaaf Falmu Hamilee Saba Koo
Jajjabaadhuu Loli Wbo Yaa goota ko
Jabaadhu jajjabee goota falmaa Dhugaa
Falmumaan xumurii baasi Gumaa gootaa
Abjuun keessan haqa numatu milkeessa
Hin dagannu yoomuu galmaan inuma geenya
Gumaa keessan baafna waadaa hin dagannu
Hanga bilisummaatti falma hin lakkifnuu
Gumaa keessan baafna waadaa hin dagannu
Hanga walabummaatti falma hin lakkifnuu
Qawween Booree haa taa'u Marroo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Sanyii harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Gammee harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Elemoo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Kaayyoo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Booruu harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u WBO harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Ittiin Gumaa baafna Falmannee ittiin Gumaa baafna
Jajjabaadhuu Loli Wbo Yaa goota ko
Jabaadhu jajjabee goota falmaa Dhugaa
Falmumaan xumurii baasi Gumaa gootaa
Dhaaba Dhugaaf Falmu Hamilee Saba Koo
Jajjabaadhuu Loli Wbo Yaa goota ko
Jabaadhu jajjabee goota falmaa Dhugaa
Falmumaan xumurii baasi Gumaa gootaa
Oromiyaan Biyya Malee miti naannoo
Hin murtoofti Malee hin hiiknu hidhannoo
Sabni Oromoo Beeka hin fedhu kijiba
Qawween mana miti haa taa'u bosona
Sabni Oromoo Beeka hin fedhu kijiba
Qawween mana miti haa taa'u bosona
Qawween Booree haa taa'u Marroo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Sanyii harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Gammee harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Elemoo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Kaayyoo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Booruu harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u WBO harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Ittiin Gumaa baafna Falmannee ittiin Gumaa baafna
Dhaaba Dhugaaf Falmu Hamilee Saba Koo
Jajjabaadhuu Loli Wbo Yaa goota ko
Jabaadhu jajjabee goota falmaa Dhugaa
Falmumaan xumurii baasi Gumaa gootaa
Dhaaba Dhugaaf Falmu Hamilee Saba Koo
Jajjabaadhuu Loli Wbo Yaa goota ko
Jabaadhu jajjabee goota falmaa Dhugaa
Falmumaan xumurii baasi Gumaa gootaa
Abjuun keessan haqa numatu milkeessa
Hin dagannu yoomuu galmaan inuma geenya
Gumaa keessan baafna waadaa hin dagannu
Hanga bilisummaatti falma hin lakkifnuu
Gumaa keessan baafna waadaa hin dagannu
Hanga walabummaatti falma hin lakkifnuu
Qawween Booree haa taa'u Marroo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Sanyii harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Gammee harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Elemoo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Kaayyoo harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u Booruu harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Qawween Booree haa taa'u WBO harka
Falmannee ittiin Gumaa baafna
Ittiin Gumaa baafna Falmannee ittiin Gumaa baafna
Credits
Writer(s): Gome Riki Tu
Lyrics powered by www.musixmatch.com
Link
Other Album Tracks
All Album Tracks: Gammachuu Isaan Booree Dhaaba Dhugaaf Falmu - Single >
© 2024 All rights reserved. Rockol.com S.r.l. Website image policy
Rockol
- Rockol only uses images and photos made available for promotional purposes (“for press use”) by record companies, artist managements and p.r. agencies.
- Said images are used to exert a right to report and a finality of the criticism, in a degraded mode compliant to copyright laws, and exclusively inclosed in our own informative content.
- Only non-exclusive images addressed to newspaper use and, in general, copyright-free are accepted.
- Live photos are published when licensed by photographers whose copyright is quoted.
- Rockol is available to pay the right holder a fair fee should a published image’s author be unknown at the time of publishing.
Feedback
Please immediately report the presence of images possibly not compliant with the above cases so as to quickly verify an improper use: where confirmed, we would immediately proceed to their removal.