Bada Anaa
(Gajo)
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Eee Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Qalloo Mudhii Soonsaa
Boontuu Leensaa
Kee Manni Eeysa
Sin Geggeessaa
Nahim Kee Manni Eeysaa
Dhufeen Waan Garaa Sitti Odeessa
Ifi Naa Fuula Keeyi
Bani Naa Onnee Keeyi
Erguman Si Argeeti
Yaanni Koo Gama Keeti
Lalalalala
Aaa
Lalalalala
Lalalalala
Aaa
Lalalalala
Ajab bareeda Kee Konkona Funyaan kee
Dugda Kee Irra Ciisa Rifeensi Mataa Kee
Badhaate Waa Mara Adda Amalli Ke
Eebbisee Si Uume Tottolchee Waaqi Kee
Cabbii Samii Samii Bu'u Fakkaata Ilkaan kee
Fageenya IrraaIfee Na Waame Simboon kee
Jecha Dhabeetini Ajab Jedhee Tare
Miidhagina Uuma Ansirrattin Bare
Shaggee Mudhii Lookoo
Mormi Taakkuu Tokkoo
Maquma Kee Malee
Yaamuu didee Afaan koo
Laaleen Si filadhe
Kan Biraa Hin Barbaadu
Jaalaluma Keeti
Kaanaan Na Waaduu
Eeee Eee
Ayi Bada Anaa
AJab Yaa Si'iee
Ayi Bada Anaa
Yaa Gajo
Ajab Yaa Si'i
(Gajo)
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Eee Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Qalloo Mudhii soonsaa
Boontuu Leensaa
Kee Manni Eeysa
Sin Geggeessaa
Naa Him Kee Manni Eeysa
Dhufeen Waan Garaa Sitti Odeessaa
Jaalalloo Qixxee Tola
Maaliif Qobaa Na Goola
Jaalladhee Argeera Dura
Garuu Kee Kun Adduma
Lalalalala
Aaa
Lalalalala
Lalalalala
Aaa
Qorri ni Hammata Gara Lafa Bari
Harki kee Sabbata Kottu natti Mari
Gorora Kee Damma Mee Na unachiisi
Gubaa Laphee Kiyya Narraa qabbaneessi
Ya Dumbushee Intalaa An Ilma Abbaa Gadaa
Sanyii Warra Mootii Waarra Leeqaa Gamaa
Iftuu Akka Aduu birraa Hin fagaatin narra
Yoo Warri Illee Dide Si Fudhadheen Bada
Kuullee Nyaara Kuulaa
Kan Shurrubbaan Tooraa
Bikka Ati Deemtu
Faanuma Kee Joora
Akka Aadaa Keenyaa
Ergadhee Jaarsummaa
Warqee Najjoo Biteen
Naqadhee Si Fuudhaa
Eee
Ayi Bada Anaa
AJab Yaa Si'iee
Ayi Bada Anaa
Ajab Yaa Si'i
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Eee Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Qalloo Mudhii Soonsaa
Boontuu Leensaa
Kee Manni Eeysa
Sin Geggeessaa
Nahim Kee Manni Eeysaa
Dhufeen Waan Garaa Sitti Odeessa
Ifi Naa Fuula Keeyi
Bani Naa Onnee Keeyi
Erguman Si Argeeti
Yaanni Koo Gama Keeti
Lalalalala
Aaa
Lalalalala
Lalalalala
Aaa
Lalalalala
Ajab bareeda Kee Konkona Funyaan kee
Dugda Kee Irra Ciisa Rifeensi Mataa Kee
Badhaate Waa Mara Adda Amalli Ke
Eebbisee Si Uume Tottolchee Waaqi Kee
Cabbii Samii Samii Bu'u Fakkaata Ilkaan kee
Fageenya IrraaIfee Na Waame Simboon kee
Jecha Dhabeetini Ajab Jedhee Tare
Miidhagina Uuma Ansirrattin Bare
Shaggee Mudhii Lookoo
Mormi Taakkuu Tokkoo
Maquma Kee Malee
Yaamuu didee Afaan koo
Laaleen Si filadhe
Kan Biraa Hin Barbaadu
Jaalaluma Keeti
Kaanaan Na Waaduu
Eeee Eee
Ayi Bada Anaa
AJab Yaa Si'iee
Ayi Bada Anaa
Yaa Gajo
Ajab Yaa Si'i
(Gajo)
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Eee Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Siin Ala hin beeku innoo Jaalala
Jaalala
Qalloo Mudhii soonsaa
Boontuu Leensaa
Kee Manni Eeysa
Sin Geggeessaa
Naa Him Kee Manni Eeysa
Dhufeen Waan Garaa Sitti Odeessaa
Jaalalloo Qixxee Tola
Maaliif Qobaa Na Goola
Jaalladhee Argeera Dura
Garuu Kee Kun Adduma
Lalalalala
Aaa
Lalalalala
Lalalalala
Aaa
Qorri ni Hammata Gara Lafa Bari
Harki kee Sabbata Kottu natti Mari
Gorora Kee Damma Mee Na unachiisi
Gubaa Laphee Kiyya Narraa qabbaneessi
Ya Dumbushee Intalaa An Ilma Abbaa Gadaa
Sanyii Warra Mootii Waarra Leeqaa Gamaa
Iftuu Akka Aduu birraa Hin fagaatin narra
Yoo Warri Illee Dide Si Fudhadheen Bada
Kuullee Nyaara Kuulaa
Kan Shurrubbaan Tooraa
Bikka Ati Deemtu
Faanuma Kee Joora
Akka Aadaa Keenyaa
Ergadhee Jaarsummaa
Warqee Najjoo Biteen
Naqadhee Si Fuudhaa
Eee
Ayi Bada Anaa
AJab Yaa Si'iee
Ayi Bada Anaa
Ajab Yaa Si'i
Credits
Writer(s): Gajo Tilahun, Rikitu Israel
Lyrics powered by www.musixmatch.com
Link
Other Album Tracks
© 2024 All rights reserved. Rockol.com S.r.l. Website image policy
Rockol
- Rockol only uses images and photos made available for promotional purposes (“for press use”) by record companies, artist managements and p.r. agencies.
- Said images are used to exert a right to report and a finality of the criticism, in a degraded mode compliant to copyright laws, and exclusively inclosed in our own informative content.
- Only non-exclusive images addressed to newspaper use and, in general, copyright-free are accepted.
- Live photos are published when licensed by photographers whose copyright is quoted.
- Rockol is available to pay the right holder a fair fee should a published image’s author be unknown at the time of publishing.
Feedback
Please immediately report the presence of images possibly not compliant with the above cases so as to quickly verify an improper use: where confirmed, we would immediately proceed to their removal.