Nama Hin Gatu

Nama hin gatuu
Nama hin gatuu Yesuus
Nama hin gatuu
Innoo abbaa hundaati
Nama hin gatuu
Yesus nama hin gatuu
Isaaf ha galatu
Nama hin gatu
Nama hin gatu ooo
Nama hin gatu ooo
Nama hin gatu oooo
Innoo abbaa hundaati
Nama hin gatu ooo
Yesuus nama hin gatu
Isaaf ha galatu
Nan hirraanfatu ooo
Nan hirranfatu ooo
Nan hirranfatu ooo
Innoo abbaa hundaati
Nan hirranfatu ooo
Yesuus nan hirranfatu
Isaaf ha galatu
Eennyutu naaf yaade
Eenyut naaf argee dadhabbiko
Oljedhee adeemuu hin dandahu anoo qophaakoo
Jedhee yemmuun yaadee
Yesuus naaf kahee na jabeessera
Sagalee isaa ergee ija jabuumman na dhaabera
Nama hin gatu
Nama hin gatu ooo
Nama hin gatu oooo
Innoo abbaa hundaati
Nama hin gatu ooo
Yesuus nama hin gatu
Isaaf ha galatu
Nan hirraanfatu ooo
Nan hirranfatu ooo
Nan hirranfatu ooo
Innoo abbaa hundaati
Nan hirranfatu ooo
Yesuus nan hirranfatu
Isaaf ha galatu
Hakeen argee kan na gargaaree baroota sanaa
Namni naan geenye yoon kufee kahuu dhabee boqonnaa
Si duwwaan arge na bira dhaabate kan anaaf maluu
Namarraa kaasee an ijakoo sitti gale koolu
Nama hin gatu
Nama hin gatu ooo
Nama hin gatu oooo
Innoo abbaa hundaati
Nama hin gatu ooo
Yesuus nama hin gatu
Isaaf ha galatu
Nan hirraanfatu ooo
Nan hirranfatu ooo
Nan hirranfatu ooo
Innoo abbaa hundaati
Nan hirranfatu ooo
Yesuus nan hirranfatu
Isaaf ha galatu
Guyyaa rakkinaaf qoromsa gidduu yeroon darbee
Ba'aan duddakoo natti ulfaatee yemmuun dadhabe
Enyutu dandahee kanatti na furaa jedhee yemmuun yaade
Yesuus naaf gahe rakkoo kaleessaa dhabe barbaadee
Nama hin gatu
Nama hin gatu ooo
Nama hin gatu oooo
Innoo abbaa hundaati
Nama hin gatu ooo
Yesuus nama hin gatu
Isaaf ha galatu
Nan hirraanfatu ooo
Nan hirranfatu ooo
Nan hirranfatu ooo
Innoo abbaa hundaati
Nan hirranfatu ooo
Yesuus nan hirranfatu
Isaaf ha galatu



Credits
Writer(s): Mesfiin Guutu
Lyrics powered by www.musixmatch.com

Link