Idda
Ajabaa
Shaggoyyee
Jabeeysi
Bona kulee echan kulaa
An simalee hin qabun tolu
Kopha nadhiifte humnaawee
An wallaalee kophaan galu
Imimmaaniin if colleeysee hehe
Yaadni kan kee nan bochisuu
Bona kulee echan kulaa
An simalee hin qabun tolu
Kopha nadhiifte humnaawee
An wallaalee kophaan galu
Imimmaaniin if colleeysee hehe
Yaadni kan kee nan bochisuu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Bifa bareedina keetii
Ijji sii eeguma feetii
Obsuu diddee sidhabdeetii
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Halkan hirriiban gallaalchuu
Eeguma yaadan bataachuu
Jaalalti tee tan nagubduu
Yaadaan miitee numan gartuu
Kophaa baasee nama keeysaa, hahaaha
Yaanni kan kee naboochisaa
Halkan hirriiban gallaalchuu
Eeguma yaadan bataachuu
Jaalalti tee tan nagubduu
Yaadaan miitee numan gartuu
Kophaa baasee nama keeysaa, woyiii
Yaanni kan kee na boochisaa
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Jaalalan naa qocce hamaatee
Duraan qomaa na qabatte
Seexoon beeynee na garsiiftee
Tola maaliif na waakattee
Golgolaa'uun ana dhiiftee, hehehey
Galan beekuu na dhamaaftee
Jaalalan naa qocce hamaatee
Duraan qomaa na qabatte
Seexoon beeynee na garsiiftee
Tola maaliif na waakattee
Golgolaa'uun ana dhiiftee, woyii
Galan beekuu na dhamaaftee
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Bifa bareedina keetii
Ijji sii eeguma feetii
Obsuu diddee si dhabdeetii
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Lali laay laal
Lali laay laay laah
Lali laay laal
Lali laay laay laah
Ajabaa
Jedhi gaa
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Hedduun of saadamee
Yaadaan ukkaamamee
Bar osoon si arguu
Yaadaan eergaramee
Bar osoon si arguu
Yaadaan eergaramee
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Nama yaanni gubee
Dirmamuu hin arganii
Eenyutti if himaa
Eegaan imimmanii
Eenyutti if himaa
Eegaan imimmanii
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Yaanni tapha hin tahuu
Waan nama hiraarsaa
Dachii bal'oo tanaa bar namatti hanqisaa
Dachii bal'oo tanaa bar namatti hanqisaa
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Shaggoyyee
Jabeeysi
Bona kulee echan kulaa
An simalee hin qabun tolu
Kopha nadhiifte humnaawee
An wallaalee kophaan galu
Imimmaaniin if colleeysee hehe
Yaadni kan kee nan bochisuu
Bona kulee echan kulaa
An simalee hin qabun tolu
Kopha nadhiifte humnaawee
An wallaalee kophaan galu
Imimmaaniin if colleeysee hehe
Yaadni kan kee nan bochisuu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Bifa bareedina keetii
Ijji sii eeguma feetii
Obsuu diddee sidhabdeetii
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Halkan hirriiban gallaalchuu
Eeguma yaadan bataachuu
Jaalalti tee tan nagubduu
Yaadaan miitee numan gartuu
Kophaa baasee nama keeysaa, hahaaha
Yaanni kan kee naboochisaa
Halkan hirriiban gallaalchuu
Eeguma yaadan bataachuu
Jaalalti tee tan nagubduu
Yaadaan miitee numan gartuu
Kophaa baasee nama keeysaa, woyiii
Yaanni kan kee na boochisaa
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Jaalalan naa qocce hamaatee
Duraan qomaa na qabatte
Seexoon beeynee na garsiiftee
Tola maaliif na waakattee
Golgolaa'uun ana dhiiftee, hehehey
Galan beekuu na dhamaaftee
Jaalalan naa qocce hamaatee
Duraan qomaa na qabatte
Seexoon beeynee na garsiiftee
Tola maaliif na waakattee
Golgolaa'uun ana dhiiftee, woyii
Galan beekuu na dhamaaftee
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Bifa bareedina keetii
Ijji sii eeguma feetii
Obsuu diddee si dhabdeetii
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisu
Siyaadachuu an hin dhiisuu
Itti aansee booya hin dhiisuu
Lali laay laal
Lali laay laay laah
Lali laay laal
Lali laay laay laah
Ajabaa
Jedhi gaa
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Hedduun of saadamee
Yaadaan ukkaamamee
Bar osoon si arguu
Yaadaan eergaramee
Bar osoon si arguu
Yaadaan eergaramee
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Nama yaanni gubee
Dirmamuu hin arganii
Eenyutti if himaa
Eegaan imimmanii
Eenyutti if himaa
Eegaan imimmanii
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Yaanni tapha hin tahuu
Waan nama hiraarsaa
Dachii bal'oo tanaa bar namatti hanqisaa
Dachii bal'oo tanaa bar namatti hanqisaa
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Nama gubaa yaanni nama guba
Nama gubaa yaanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Numan obsa malee
Nama gubaa yanni nama gubaa
Credits
Writer(s): Hamelmal Abate
Lyrics powered by www.musixmatch.com
Link
Other Album Tracks
© 2024 All rights reserved. Rockol.com S.r.l. Website image policy
Rockol
- Rockol only uses images and photos made available for promotional purposes (“for press use”) by record companies, artist managements and p.r. agencies.
- Said images are used to exert a right to report and a finality of the criticism, in a degraded mode compliant to copyright laws, and exclusively inclosed in our own informative content.
- Only non-exclusive images addressed to newspaper use and, in general, copyright-free are accepted.
- Live photos are published when licensed by photographers whose copyright is quoted.
- Rockol is available to pay the right holder a fair fee should a published image’s author be unknown at the time of publishing.
Feedback
Please immediately report the presence of images possibly not compliant with the above cases so as to quickly verify an improper use: where confirmed, we would immediately proceed to their removal.